Search this site for:
Oromo Related Web Sites

 


Iyyii Iyya Dabarsi!!!

April 3, 2002

Ilmaan Oromoo Minisootaa keessatti argamtan hundaaf:

Biyyatti gochaa motummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo irratti geessia jiru mormuun barattoti Oromoo hiriira nagaa bahaa jiru. Barattoota kana irratti motummaan wayyanee gara jabinaan tarkaanfii fudhateen barattoti baayyen du'anii kaan immoo mada'aanii fi hidhamanii jiru. Gochaa sukaneessa kana mormmuudhaan Waldaan Hawaasa Oromo Minisootaa hiriira nagaa qopheessaa jira.

Guyya: Kamisa, Caamsaa (April) 4, 2002

Sa'saa: 10:00(ganama)

Bakki: Federal Court (4th Street fi 3rd Avenue, Downtown MPLS)

Bakki Ka'umsaa: Waltajjii Oromoo (Oromo Center)

Guyyaa fi bakka kanatti argamtanii motummaan Wayyaanee barattoota Oromoo rasaasan reebuu fi hidhuu akka dhabu sagalee kessan addunyaa fi motummaa Ameerikaatti dhageessiftan kabajaan isin afeerra.

WALDAA HAWAASA OROMOO MINISOOTAA!!

 


Oromia Online is an independent Web site that does not endorse any single idea or represent any entity or group. Opinions published on this site are those of the authors and not necessarily those of Oromia Online nor Oromia Information Network. Links are provided to third party web sites solely for your convenience and not because we endorse the contents on those sites.

Copyright ©1998-2000
Oromia Information Network. All rights reserved.